Uummanni Oromoo seenaa kaleessa biyya ijaaruu keessatti qabu har’as garaagarummaa tokko malee tokkummaadhan dhaabbachuun biyya hundaaf taatu ijaaruu itti fufuu qaba jedhame.Raadiyoon adama broadcasting service, gahee tokkummaan oromoo ijaarsa biyyaa keessatti qabu ilaalchisee qaamolee hawaasaa dubbiseera.

Ummanni Oromoo ijaarsa biyyaa bu’uura jabaa qabu, birmadummaa biyyaa kabachiisuu fi mootummaa ammayyaa’aa ijaaruu keessatti gahee leencaa bahachaa tureera.Har’as naamusaa…

Read More