Manni Marii Magaalaa Adaamaa Yaa’ii Idilee 43ffaa Bara Hojii2ffaa Waggaa 11ffaasaa Taa’e Yaa’ichi Eebba Maanguddootaatti haasaa af-yaa’ii Mana Maree Magaalaa Adaamaa addee Immabeet Jibbaa taasisan aansuun eegale. Gabaasa Raawwii hojii Kurmaana 3ffaa waajjira Qonnaa Magaalaa Adaamaa,waajjira Milishaa Magaalaa Adaamaa akkasumas waajjira Abbaa Alangaa magaalichaa dhiyaatu dhaggeeffachuun irratti mariyatameera. Gabaasni koreelee dhaabbiis ni dhiyaatan kan eeggamu…
Kenna tajaajila iddoo tokkootiin tajaajilamaan dhamaatii tokko malee hoggansa waliin walargee rakkoon isaa akka furmaata argatu taasiseera jedhan hoji raawwachiisaan olaanaa kutaa magaalaa Dambalaa Obbo Shifarraawu Abbabaa
Kutaa magaalichaatti kenni tajaajilaa akka sadarkaa kutaa magaalaatti guyyaa roobii kennamu akkuma itti fufetti jira.** Hoji raawwachiisaan olaanaa kutaa magaalaa…
Tajaajilli Waajjirri lafaa Magaalaa Adaamaarraa argachaa jirru harkifataafi daddeebiin kan itti baay’atudha jechuun tajaajilamtootni tokko tokko komatan.
Waajjirichi gama isaatiin komiin hawaasaa dhugaa ta’uu himuun harkifannaa kenniinsa tajaajilaa furuuf hojimaata mana hojichaa dijitaalessaan jira jedhe. Sirna bulchiinsa…
Magaalaa Adaamaa kutaa magaalaa Daabeetti yaa’iin hundeeffama mana maree Aanaa Caffee gaggeeffame.
Yaa’ii kana irratti Afyaa’ii mana maree magaalaa Adaamaa Aadde Immabeet Jibbaa dabalatee itti gaafatamtuun ijaarsa Paartii magaalaa Adaamaa Aadde Amiinaa…
Inisheetivotni Misoomaa Mootummaan Eegalaman Fayyadamummaa Hawaas-Diinagdee Keenya Mirkaneessuu Keessatti Gahee Olaanaa Qabu Jedhan. Magaalaa Adaamaatti Jiraattotni Aanaa Dhakaa Adii.Bulchiinsi Aanaa Dhakaa Adii Gama Isaatiin Hirmaannaa Hawaasni Hojicharrati Taasisaa Jiru Dhadhaabbata Godhachuun Galma Ga’iinsaaf Xiyyeeffannoon Hojjachaan Jira Jedha.
inisheetiivotni misoomaa mootummaa naannoo Oromiyaan bocamanii fi hojiitti hiikkamaa jiran haala qabatama hawaas-diinagdee naannichaa bu’uura kan taasifatanii fi ga’uumsa gara…
Tajaajilli Hospitaalli koollejjii fayyaa Adaamaa kennaa jiru harkifataa fi qulqullina kan hinqabnedha jechuun tajaajilamtootni tokko tokko komatan.
Hospitaalichi gama isaatiin fedhii fi dhiyyeessiin qorichaa walsimuu dhabuurraa rakkinichi uumamuu ibsuun rakkoo kana furuuf hojjechaan jira jedhe. Hoospitaalli koollejjii…
Jilli Hogganaa Biiroo maallaqaa oromiyaa Obbo Tolasaa Gadafaan durfamu raawwii hojii projektii Adama Complex building daawwachaa jira.
Daawwicharratti hogganana Biiroo Maallaqaa Oromiyaa obbo Tolasaa Gadafaa, Kantiibaa Bulchiinsaa magaalaa Adaamaa Obbo Hayiluu Jaldee, ogeeyyiin pirojektichaa,fi kanneen biroo argamuun…
Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Dambalaatti Jiraattonni Aanaa Malkaa Adaamaa Inisheetiiviiwwaan aanicha keessatti hojjetamaa jiran imala badhaadhinaa milkeessuu keessatti shoora olaanaa qabu jedhan.
Bulchiinsi Aanichaa gama inisheetiivota fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessanirratti xiyyeeffatee hojjechaa jiraachuu beeksise. Mootummaan Inisheetiviiwwan garaagaraa bocee hojiirra oolchuun wabii nyaataa mirkaneessuun…
Kubbaaniyootni EZM fi RIIFO Omisha Ujummoowwanii Paarkii Indastirii Adaamaatti Hojii Eegalan.
Dhaabbileen EZM biyya keessaa fi RIIFO biyyaa alarraa waliin ta’uun ujummoowwan tajaajila ijaarsaaf oolan oomishan paarkii indastirii Adaamaatti sheedii warshaa…
Magaalaa Adaamaa Kutaa magaalaa Luugootti yaa’iin hundeeffama mana maree aanaa migiraa gaggeeffame. Yaa’ii hundeeffama mana maree aanichaa kanarratti , Afyaa’iin mana maree bulchiinsa magaalaa Adaamaa aadde Immabeet Jibbaa,miseensota mana maree aanichaa abbootii gadaa,haadholii siinqee fi qaamoleen hoggansaa aanaa Migiraa argamaniiru.
Yaa’ii mana maree kanarratti miseensonni mana marichaa muudama sadarkaa garagaraa taasisaniin,aadde Baksuu Abdurroo afyaa’ii mana maree aanaa Migiraa, obbo Mohammad…
Manneen amantaa afaan hordoftootni amantichaa dhagahaniin tajaajiluun dhaqqabamummaa tajaajila afuuraa akka cimsu bulchaan mana lallaba shawaa Bahaa eebbifamoo Abbaa Abune Gorgooriiyoos himan.
Mana Amantaa Teewaahidoo Ortodooksii Itophiyaatti lallaba Godina shawaa Bahaa yaa’ii walii galaa waggaa 42ffaa gaggeessee jira. Yaa’icha irratti eebbifamoo Abbaa…
Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaa Aanaa Odaatti Konfiransiin Caasaa Nageenyaa Gaggeeffame.
Nageenyi bu’uura waan hundaati.biyyi tokko nagaa ta’uuf ammoo ga’een caasaa nageenyaa fi qindoominni hawaasaa isaa ol aanaadha.Caasaan nageenyaa aanaa Odaas…
magaalaa Adaamaa kutaa magaalaa Daabeetti manni murtii aadaa Aanaa Caffee maatii waggoota 20 oliif waldhabee ture araarse.
Magaalaa Adaamaa kutaa magaalaa Daabee Aanaa caffee keessa kan jiraatan abbaa manaa obbo Huseen Ahimad fi haadha warraa isaanii kan…
Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaala Abbaa Gadaa Aanaa Badhaatuutti konfaransiinNageenyaa Abbootii Amantaa fi Jaarsolii biyyaa hirmaachise gaggeeffame.
Itti gaafatamaan Bulchiinsaaf Nageenya Aanaa Badhaatuu Obbo Yeroosan Taaddasaa kayyoo konfaransichaa ibsaniin akka jedhanitti konfaransiin kun kan barbaachise ijaarama tajaajila…
Manni Marii Magaalaa Adaamaa Yaa’ii Idilee 43ffaa Bara Hojii2ffaa Waggaa 11ffaasaa Taa’e Yaa’ichi Eebba Maanguddootaatti haasaa af-yaa’ii Mana Maree Magaalaa…
Komishiniin Naamusaafi Farra Malaamaltummaa Oromiyaa Damee giddu gala Bahaa qondaaltota naamusaa aanaalee godina shawaa bahaafi magaalaa Adaamaatiif leenjii Hubannoo cimsu kenne.
Komishiinichi leenjii kan kenne qaamolee Deeggarsaafi hordoffii dhimmoota naamusaa fi farra malaamaltummaa Godina shawaa Bahaa , Magaalaa Adaamaa fi Aanaa…
Waajjirri siivil seervisii fi qabeenya namaa magaalaa Adaamaa hojjettoota mootummaa magaalichaaf leenjii dandeettii raawwachiistummaa cimsu kenne.
Leenjicha irratti itti gaafatamaa Waajjira Kantibaa Bulchiinsa magaalaa Adaamaa Obbo Makuriyaa Dinquu,Dursaa garee hoggansa humna namaa Bulchiinsa magaalaa Adaamaa Obbo…
parazidaantiin Mana murtii olaanaa magaalaa Adaamaa obbo Maammoo Tusiin manneen Martin hojimaata isaanii ammayyeessun tajajila seeraa qulqulluufi si’ataa kennuu qabu jedan.Manni Murtii Olaanaa magaalaa Adaamaa gamaaggama raawwii hojii kurmaana 3ffaa bara 2016 manneen murtii Aanaa kutaalee magaalootaa waliin gaggeesse.Haasawa baniinsaa kan taasisan parazidaantiin mana murtii olaanaa magaalaa Adaamaa obbo Maammoo Tusii akka jedhanitti kenna tajaajila dhaqabamaa ,si’ataa ,haqaafi iftoomina qabu kennuun foyya’insii gaarii dhufuu ibsuun manneen murtii Aanaa kutaalee magaaloota irratti komiin kanaan dura ka’aa ture xiqachaa dhufu ibsan.Gamaggamnii raawwii hojii kurmaana 3ffa gaggeffamu kun ciminoota jiran itti fufsiisaa hanqinoota jiran galtee kurmaana 4ffaa taasifachuuf ta’uu ibsan.
Gabaasnii raawwii hojii manneen murtii Aanaa kutaalee magaalootaa kurmaana 3ffaa dhiyaate keessatti meeshalee tajaajila qunnamtii odeeffannootti fayyadamuu, galmeewwan yakkoota gara…
Paarlaamaan Daa’immanii Magaalaa Adaamaa Yaa’ii Idilee Marsaa 2ffaa Waggaa 1ffaa Gaggeesse. Yaa’ii kana irrattis qaamolee olaanoo magaalaa dabalatee paarlaamaan daa’immanii…
Waajjirii kantibaa Bulchiinsa magaalaa Adaamaa sagantaa galmeessa qabeenya hojjataa mootummaa jalqabsiisee.
Ittii gaafatamaan waajjira kantibaa magaalaa Adaamaa obbo Makuriyaa Dinquu akka jedhanitti kallaatti koomishiiniin naamusaa fi farra malaamaltummaa oromiyaa kaa’e irratti…
Carraa hojii Bal’inaan Uumuun Rakkoo Hojii Dhabdummaa Karaa Hiika qabuun xiqqeessuuf ni hojjenna jedhan hogganaan biiroo carraa hojii uumuu fi Ogummaa Oromiyaa Injiiner Eebbaa Garbaa.
Biroon carraa hojii uumuu fi ogummaa Oromiyaa gamaggama raawwii hojii kurmaana 3ffaa sekteroota naannoo Oromiyaa garaa garaa waliin magaalaa Adaamaatti…
Biiroon Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaa leenjii dandeettii raawwachiisummaa cimsu magaalaa Adaamaatti kennaa ture booda hojiilee adda addaa gama iniisheetiviitiin hojjatamaan daawwate.
Itti aanaa itti gaafatamaa waajjira carraa hojii uumuu fi ogummaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa obbo Fufaa Garmaamaa Karoora xiiqiimilkeessuuf akka magaalaa…
“Magaalattii keessatti hojiileen misoomaa gurguddoo gama hundaan hojjetamaa jiran akka itti fufaniif gaachanni sirnaa gahee olaanaa qaba” jedhan kantiibaan magaalaa…
Bulchiinsa magaalaa Adaamaatti kutaan magaalaa Abbaa Gadaa bara kana hojilee inisheetivoota misoomaa fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessan irratti xiyyeefatee hojjachaa jiraachuu beeksise.Kutaan magaalichaa Sochii hojii waliigalaa irratti addatti raadiyoo ABS ibsa laateera.
Magaalli Adaamaa guddina caaseefama rijiiyoopolisiitti guddatee walqabatee kenna tajaajila roga maraan sadarkaa kutaalee magaalootaa fi Aanoota irratti hawaasni dhiyeenyaatti deddeebii…
It's amazing for me to have a site, which is beneficial for my know-how. thanks admin