13 Sep, 2026
1 min read

Bulchiinsa magaalaa Adaamaatti Yaa’iin Paarlaamaa Daa’immanii waggaa 2ffaa marsaa 1ffaa gaggeeffame.

Af yaa’iin paarlaamaa daa’immanii magaalaa Adaamaa Barataa Amaanu’el Zewduu, paarlamaan daa’immaanii mirgaa fi dirqama isaanii akka beekan,  dhimmoota naannoo fi biyyaa irratti hirmaachuun yaada isaanii akka ibsatanii fi gahumsaa fi itti gaafatamummaan akka itti dhagahamuuf haalawwaan mijaa’aa kan uumuu ta’uu ibsee jira. Yaa’ichaanis gaabaasni raawwii hojii bara 2017 fi karoorri bara 2018 miseensotaaf dhiyaatee jira. […]

1 min read

Yuuniyeeniin hojii Gamtaa Qonnaan Bultootaa Lumee Adaamaa hojii tajaajila lamummaatiin Aanaa Bosat Ganda Dongorree xiyyoo Zoonii 1ffaatti  mana harka qalleeyyii ijaarsisaa ture xumuruun harka qalleeyyiif dabarsee kenne.

Sagantaan ijaarsa mana harka qalleeyyii kun karoora Yuuniyeeniin hojii Gamtaa Qonnaan Bultootaa Lumee Adaamaa hojii tola ooltummaan hojjachuu karoorfate hojjachaa jiruun kan raawwateedha. Saganticharratti argamuun  ergaa kan dabarsan Hoji gaggeessaan  Yuuniyeenii hojii Gamtaa Qonnaan Bultootaa Lumee Adaamaa Obbo Girmaa Silashii maatii harka qalleeyyii bira dhaabachuun ijaarsa raawwachuutti yuuniyeenichatti gammachuun kan dhagahamu ta’uu kaasuun ijaarsi raawwatame […]

13 mins read

Transaction Simulation in Rabby Wallet: What It Can Reveal Before You Sign

A common misconception is that transaction simulation is the blockchain equivalent of a crystal ball: press a button, preview the result, and know that a DeFi transaction is safe. The reality is more useful—and more limited. Simulation is best understood as a controlled rehearsal of a proposed transaction under a particular set of blockchain conditions. […]

10 mins read

MEV, simulation, and real risk: how to assess transaction safety in DeFi wallets

“You won’t be MEV’d if you simply sign carefully” — sounds plausible until you remember that most users sign before they know what happened on-chain. Here’s a sharper opening: a surprising share of lost funds in DeFi come not from direct hacks of private keys but from predictable, avoidable transaction-level failures — frontruns, sandwich attacks, […]


Warning: Undefined array key "VuYRSS" in /data/dom/abs.gov.et/httpdocs/wp-content/themes/ogma-news/template-parts/footer/scroll-top.php on line 1