Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa eegale
Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa eegaluusaa, Ministeerri Barnootaa beeksise. Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12’ffaa kan Saayinsii Hawaasaa har’a irraa eegalee hanga Adoolessa…
Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa eegaluusaa, Ministeerri Barnootaa beeksise. Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12’ffaa kan Saayinsii Hawaasaa har’a irraa eegalee hanga Adoolessa…
Galiin lafee dugdaa biyya tokkoo ta’uun waan haalamu miti. Karoorri galii qophaahu milkaahina galiif murteessaadha.Ministeerri galiiwwanii damee Adaamaatti hoji gaggeessaa…
Yaa’ichi eebba maanguddootaatti haasaa baniinsaa Afayaa’iin mana marichaa addee Immabeet Jibbaa taasisaniin eegale. Qormaatilee hedduu keessa dabaramee yeroo magaalattiin raawwii…
Hojii tajaajila lammummaa ganna kanaa keessaa tokko ijaarsa mana harka qalleeyyii ykn suphaati. Jaarmiyaaleen dargaggootaa kutaa magaalaa Boolees isa kana…
Waajjirichi akkaataa fi hojii hanga ammaa akka magaalaa Adaamaatti hojjate keessattuu hojii albuuda misoomsuufi sirna ittiin bulchuu irratti akkasumas itti…
Hojiilee insheetivii mootummaan labsee hojjetamaa jiru keessaa tokko tajaajila lammummaatiin hawaasa guutuu hirmaachiisuun Mana harka qalleeyyii ijaaruu fi suphuun akkasuma…
Daa’iimni waggaa 13 maqaan isaa Yidiidiyaa Daawiit jedhamu magaalaa Adaamaa kutaa magaalaa Luugoo Aanaa Barrechaatti bara 2002 dhalate. Daa’imni kun…
Siidaan kun Af-yaa’ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan, Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa obbo Hayiluu Jaldee fi Haadha warraa Artistii Alii…
Sochiin ashaaraa magariisaa marsaa 2ffaa akka biyyaatti gaggeeffamaa jiruu amma akkuma itti fufeetti jira. Kanuma bu’uura taasifachuun hojjettoonni Abbaa taayitaa…
Beekaas Keemikaals bara 1989tti kaappitaala ka’uumsaa qarshii kuma 100 fi kuma 50n qooddattoota aksiyoonaa torbaan hundeeffame jedhan dhaabbatichatti hoji-gaggeessaan damee…