Rakkoolee Dhaabbilee Invastimantii Mudatan duuchaan wal abaaruun osoo hin taane qaamni dhimmi ilaallatu akka furu eeruu fi hordoffii cimaa taasisuun furra-obboo Ahimad Idiriis.Mariin Sochii Invastimantiirratti Xiyyeeffatee Biiroo Invastimantii fi Indastirii Oromiyaatiin Qophaa’e Qooda Fudhattoota Wajjiin Taasifameera.

Rakkoolee dhiyeessii indastiriiwwan mudatan haala waloon furuu itti danada’amu uumuun kaayyoo marichaa keessayi jedhan Hoogganaan Biiroo Invastimantii fi Indastirii Oromiyaa…

Read More

Waajjirri galii bulchiinsa magaalaa Adaamaa  sagantaa sosochii gibiraafi taaksii ji’a lamaan darbaniin bu’aan gaarii galmaa’uu beeksise. Galiin dugugguruu diinagdee biyya tokkooti. Pirjaktoonni  misoomaa  kamiyyuu galii irratti  bu’uureffachuun biyyi kamiyyuu galii galchitu irratti akka xiyyeeffannaa kennitu ishee taasisa.

Sagantaa sosochii taaksii waajjirri galii bulchiinsa magaalaa Adaamaa qopheesse kanarratti kantiibaa bulchiinsa magaalaa Adaamaa obbo Hayiluu Jaldee dabalatee hoggansi olaanaa…

Read More