Inisheetivotni Misoomaa Mootummaan Eegalaman Fayyadamummaa Hawaas-Diinagdee Keenya Mirkaneessuu Keessatti Gahee Olaanaa Qabu Jedhan. Magaalaa Adaamaatti Jiraattotni Aanaa Dhakaa Adii.Bulchiinsi Aanaa Dhakaa Adii Gama Isaatiin Hirmaannaa Hawaasni Hojicharrati Taasisaa Jiru Dhadhaabbata Godhachuun Galma Ga’iinsaaf Xiyyeeffannoon  Hojjachaan Jira Jedha.

inisheetiivotni misoomaa mootummaa naannoo Oromiyaan bocamanii fi hojiitti hiikkamaa jiran haala qabatama hawaas-diinagdee naannichaa bu’uura kan taasifatanii fi ga’uumsa gara…

Read More

Magaalaa Adaamaa Kutaa magaalaa Luugootti yaa’iin hundeeffama mana maree aanaa migiraa gaggeeffame. Yaa’ii hundeeffama mana maree aanichaa kanarratti , Afyaa’iin mana maree bulchiinsa magaalaa Adaamaa aadde Immabeet Jibbaa,miseensota mana maree aanichaa abbootii gadaa,haadholii siinqee fi qaamoleen hoggansaa aanaa Migiraa  argamaniiru.

Yaa’ii mana maree kanarratti miseensonni mana marichaa muudama sadarkaa garagaraa taasisaniin,aadde Baksuu Abdurroo afyaa’ii mana maree aanaa Migiraa, obbo Mohammad…

Read More