Artistoota ofii isaanii wareegamanii duungoo bilisummaa nuuf ibsan yaadachuun dhalootni har’aa mirgaa fi faayidaa saba isaaf of kennee akka hojjetu onnachiisa jedhan af-yaa’iin caffee Oromiyaa aadde Sa’aadaa Abduramaan. Bulchiinsi magaalaa Adaamaa Siidaa yaadannoo Doktara kabajaa Artist Alii Birraa ijaarsise eebbisiiseera.

Siidaan kun Af-yaa’ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan, Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa obbo Hayiluu Jaldee fi Haadha warraa Artistii Alii…

Read More