Manni Marii Magaalaa Adaamaa Yaa’ii Idilee 40ffaa Bara Hojii 2ffaa Waggaa 10ffaasaa Gaggeessuu Eegale.


Yaa’ichi eebba maanguddootaatti haasaa baniinsaa Afayaa’iin mana marichaa addee Immabeet Jibbaa taasisaniin eegale.

Qormaatilee hedduu keessa dabaramee yeroo magaalattiin raawwii hojii waliigalaatiin akka naannootti yeroo sadaffaaf tokkooffaa bahuun wayita badhaafamtetti yaa’ii gaggeessinu ta’uun adda taasisa jedhan jedhan addee Immabeet.

Gabaasni hojii bara 2015 qaamolee mootummaa sadan/seera baaftuu,seera hiiktuu fi raawwachiiftuu/ magaalichaa dhiyaachuun irratti mariyatama.

Dambiin fooyya’iinsa galii mana qopheessaa akkasumas muudamni adda addaa dhiyaatuunis ni ni ragga’aatu eeggama.

Jamaal Kadiiritu Gabaase.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *