Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa eegale


Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa eegaluusaa, Ministeerri Barnootaa beeksise.

Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12’ffaa kan Saayinsii Hawaasaa har’a irraa eegalee hanga Adoolessa 21 bara 2015’tti akka kennamu, Odeeffannoon Ministeera Barnooraa irraa arganne ni mul’isa.

Odeeffannoo wayitaawaaf fuula miidiyaa hawaasa ABS fayyadamaa

Youtube_https://www.youtube.com/@adamabroadcastingservice
Telegram_ https://https://t.me/ABS_utubduujijjiiramaa
website:http://www.abs.gov.et
tiwiiteri:- http://www.twitter.com/ABSAdama
SMS_9635

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *