Humni qilleensaa filamtoota leenjii loltummaa haaraa xumuran eebbisaa jira

04/05/2015

ABS(Adama Broadcasting Service)

Humni qilleensaa filamtoota leenjii loltummaa haaraa xumuran eebbisaa jira

***********************************************

Humni Qilleensaa Ityoophiyaa miseensota humnichaa fooyyessaa ogummaa sadarkaa 7 taasisanii fi raayyaa filamanii leenjii loltummaa bu’uuraa haaraa xumuran eebbisaa jira.

Sirna eebbichaarratti Ajajaa Olaana Humna Qilensaa Letenaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaa dabalatee qondaltonni humnaa qilleensaa fii keessummoonni biroon argamaniiru.

Sagantichi Mooraa Qajeelcha Olaanaa Humna Qilleensaa Ityoophiyaa Bishooftuutti gaggeeffamaa jiraachuu TOI gabaaseera.

Odeeffannoo wayitaawaaf fuula miidiyaa hawaasa ABS fayyadamaa

Youtube_https://www.youtube.com/@adamabroadcastingservice

Telegram_ https://https://t.me/ABS_utubduujijjiiramaa

tiwiiteri:- http://www.twitter.com/ABSAdama

SMS_9635

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *