Hospitalli Meedikaalaa ‘Yekkaatiit 12’ Ispeeshaalistootaa Fi Ogeeyyii Fayyaa Eebbisiise

Adaamaa, Amajjii 6, 2015 (ABS)- Hospitaalli Meedikaalaa ‘Yekkaatiit 12’ yeroo jalqabaaf Ispeeshaalistoota fayyaa 17 fi ogeeyyii fayyaa 139 eebbisiise.

Sagantaa eebbichaarratti Kantiibaan Bulchiisa Magaalaa Finfinne Aadde Adaanech Abeebee argamaniiru.

Aadde adaanecha ergaa darsaniin eebbifaamtoonni, carraaqqii hedduu booda milkaa’uu fi waadaa ogummaa seenaniin lammiilee isaanii qajeelummaa fi amanamummaan tajaajiluuf ga’uu isaaniif gammachuu itti dhagaa’ame ibsaniiru.

Finfinnee giddugala tuuriizimii damee fayyaa taasisuuf karoora qabame milkeessuuf hojiilee hojjetamaan kan deeggaruudha jedhaniiru.

Odeeffannoo wayitaawaaf fuula miidiyaa hawaasa ABS fayyadamaa

Youtube_https://www.youtube.com/@adamabroadcastingservice

Telegram_ https://https://t.me/ABS_utubduujijjiiramaa

tiwiiteri:- http://www.twitter.com/ABSAdama

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *