Skip to content
November 22, 2024
Adama Broadcasting Service
ABS Utubduu Jijjiramaa
(no title)
Komishiniin Naamusaafi Farra Malaamaltummaa Oromiyaa Damee giddu gala Bahaa qondaaltota naamusaa aanaalee godina shawaa bahaafi magaalaa Adaamaatiif leenjii Hubannoo cimsu kenne.
Waajjirri siivil seervisii fi qabeenya namaa magaalaa Adaamaa hojjettoota mootummaa magaalichaaf leenjii dandeettii raawwachiistummaa cimsu kenne.
parazidaantiin Mana murtii olaanaa magaalaa Adaamaa obbo Maammoo Tusiin manneen Martin hojimaata isaanii ammayyeessun tajajila seeraa qulqulluufi si’ataa kennuu qabu jedan.Manni Murtii Olaanaa magaalaa Adaamaa gamaaggama raawwii hojii kurmaana 3ffaa bara 2016 manneen murtii Aanaa kutaalee magaalootaa waliin gaggeesse.Haasawa baniinsaa kan taasisan parazidaantiin mana murtii olaanaa magaalaa Adaamaa obbo Maammoo Tusii akka jedhanitti kenna tajaajila dhaqabamaa ,si’ataa ,haqaafi iftoomina qabu kennuun foyya’insii gaarii dhufuu ibsuun manneen murtii Aanaa kutaalee magaaloota irratti komiin kanaan dura ka’aa ture xiqachaa dhufu ibsan.Gamaggamnii raawwii hojii kurmaana 3ffa gaggeffamu kun ciminoota jiran itti fufsiisaa hanqinoota jiran galtee kurmaana 4ffaa taasifachuuf ta’uu ibsan.
(no title)
Menu
FUULA DURAA
ODUU
This Month
BIZIINASII
ISPOORTI
Sagale Adama
Archive
TEEKNOOLOGII
Lang
English
አማርኛ
Search for:
Home
Contact Us
Contact Us