Dhalootni Ida’amuu Wabii Tokkummaa Itoophiyaati-Jiraattota Magaalaa Adaamaa

Magaalaa Adaamaatti Sagantaan Beeksisuu fi Galii Walitti Qabuu Kitaaba Dhaloota Ida’amuu Gaggeeffamaa Jira.

Hoogganaa Biiroo Barnoota Oromiyaa Doktar Tolaa Bariisoo,Miseensi mana maree bakka bu’oota ummataa fi pirezdaantii ittaanaan yunivarsitii Saayinsii fi Teeknoolojii Adaamaa doktar Tashoomaa Abdoo saganticharratti argamaniiru.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *