Manni Marii Magaalaa Adaamaa Yaa’ii Idilee 43ffaa Bara Hojii2ffaa Waggaa 11ffaasaa Taa’e Yaa’ichi Eebba Maanguddootaatti haasaa af-yaa’ii Mana Maree Magaalaa…

Read More

parazidaantiin Mana murtii olaanaa magaalaa Adaamaa obbo Maammoo Tusiin manneen Martin hojimaata isaanii ammayyeessun tajajila seeraa qulqulluufi si’ataa kennuu qabu jedan.Manni Murtii Olaanaa magaalaa Adaamaa gamaaggama raawwii hojii kurmaana 3ffaa bara 2016 manneen murtii Aanaa  kutaalee magaalootaa waliin gaggeesse.Haasawa baniinsaa kan taasisan parazidaantiin mana murtii olaanaa magaalaa Adaamaa obbo Maammoo Tusii akka jedhanitti kenna tajaajila dhaqabamaa ,si’ataa ,haqaafi iftoomina qabu  kennuun foyya’insii gaarii dhufuu ibsuun manneen murtii Aanaa kutaalee  magaaloota irratti komiin kanaan dura ka’aa ture xiqachaa dhufu ibsan.Gamaggamnii raawwii hojii kurmaana 3ffa gaggeffamu kun ciminoota jiran itti fufsiisaa hanqinoota jiran galtee kurmaana 4ffaa taasifachuuf ta’uu ibsan.

Gabaasnii raawwii hojii manneen murtii Aanaa kutaalee magaalootaa kurmaana 3ffaa dhiyaate keessatti meeshalee tajaajila qunnamtii odeeffannootti fayyadamuu, galmeewwan yakkoota gara…

Read More

Paarlaamaan Daa’immanii Magaalaa Adaamaa Yaa’ii Idilee Marsaa 2ffaa Waggaa 1ffaa Gaggeesse. Yaa’ii kana irrattis qaamolee olaanoo magaalaa dabalatee paarlaamaan daa’immanii…

Read More

“Magaalattii keessatti hojiileen misoomaa gurguddoo gama hundaan hojjetamaa jiran akka itti fufaniif gaachanni sirnaa gahee olaanaa qaba” jedhan kantiibaan magaalaa…

Read More

Bulchiinsa magaalaa Adaamaatti kutaan magaalaa Abbaa Gadaa bara kana hojilee inisheetivoota misoomaa fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessan irratti xiyyeefatee hojjachaa jiraachuu beeksise.Kutaan magaalichaa Sochii hojii waliigalaa irratti addatti raadiyoo ABS ibsa laateera.

Magaalli Adaamaa guddina caaseefama rijiiyoopolisiitti guddatee walqabatee kenna tajaajila roga maraan sadarkaa kutaalee magaalootaa fi Aanoota irratti hawaasni dhiyeenyaatti deddeebii…

Read More