Waajjirri barnootaa bulchiinsa magaalaa Adaamaa Waajjira Saayinsii fi teekinooloojii Magaalichaafi Itiiyoo-teeleekoom waliin haala itti fayyadama ‘Teelee birrii fi ‘Smart Education’ irratti dura bu’ootaa fi suupparvaayizaroota manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa magaalichaaf leenjii kenne.

Leenjichi maalummaa dijiitaalaayizeshinii, siistamaa odeeffannoo, manaajimeentii barnootaa, akkasumas dijiitaala tiraanzaakishinii irratti kan kennamedha. Itti Gaaffatamaan Waajjira Barnootaa bulchiinsa magaalaa Adaamaa…

Read More