Waajjirri galii bulchiinsa magaalaa Adaamaa  sagantaa sosochii gibiraafi taaksii ji’a lamaan darbaniin bu’aan gaarii galmaa’uu beeksise. Galiin dugugguruu diinagdee biyya tokkooti. Pirjaktoonni  misoomaa  kamiyyuu galii irratti  bu’uureffachuun biyyi kamiyyuu galii galchitu irratti akka xiyyeeffannaa kennitu ishee taasisa.

Sagantaa sosochii taaksii waajjirri galii bulchiinsa magaalaa Adaamaa qopheesse kanarratti kantiibaa bulchiinsa magaalaa Adaamaa obbo Hayiluu Jaldee dabalatee hoggansi olaanaa…

Read More

Jijjiirama biyya karoora xiiqii qabattee xiiqiin hojjataa jirtuu dhugoomsuuf biiroon keenya Oromiyaa ogummeessuu sagantaa jedhu qabatee hojjataa jira jedhan hogganaa ittaanaan biiroo Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaa Obboo Aadam Kamaal. Koolleejjotni Ogummaa fi Teeknikaa Kilaastara Shawaa Bahaa Barattoota Ogummaa adda addaan Barsiisaa Turan 2000 ol Eebbisan.

Barattootni eebbifaman gulantaa afurii fi gulantaa Shaniin 1958 akkasumas digrii jalqabaatiin barattoota 95n walumaagalatti 2053dha.Eebbifamtoota keessaa 657 dubartoota. Gosa ogummaa…

Read More