Bulchiinsaa Magaalaa Shaggaritti Rawwiin Hojii Gurguddoo Qoratame

Qorannoo Hojii magaala Shagar

Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti hoggansi magaalaa raawwi hojiiwwan gurguddoo hanga ammaa hojjataman madaalan.

Hojiiwwan gurguddoo ji’ootaan muraasaa darban keessatti hojjataman ilaaluun hanqinaafi ciminootaa mul’atan adda baasuun dhimmoota xiyyeeffannoo barbaadan irratti kallattin kaa’ame.Maddii kominikeeshinii Shagar City

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *