Caffeen Oromiyaa, Baajata Naannoo Oromiyaa bara 2016’f Birrii biiliyoona 221.51 raggaasise.


Caffeen Oromiyaa, Baajata Naannoo Oromiyaa bara 2016f Birrii biiliyoona 221.51 raggaasiseera.

Caffeen Oromiyaas, galmoota gurguddoo bara baajataa 2016 keessatti qabaman milkeessuu akka danda’uuf Baajata hojiiwwan misoomaafi tajaajiloota adda addaaf oolan raawwachiisuu danda’u Birrii biiliyoona 221.51 baasii ta’ee hojiirra akka ooluuf labseera.

Odeeffannoo wayitaawaaf fuula miidiyaa hawaasa ABS fayyadamaa

Youtube_https://www.youtube.com/@adamabroadcastingservice
Telegram_ https://https://t.me/ABS_utubduujijjiiramaa
website:http://www.abs.gov.et
tiwiiteri:- http://www.twitter.com/ABSAdama
SMS_9635

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *