Caffeen Oromiyaa miseensa isaa tokkorraa mirga himatamuu dhabuu irraa kaase.


Caffeen Oromiyaa Obbo Toleeraa Raggaasaa Cawwaaqaarraa mirga himatamuu dhabuu kaase.

Caffeen Bu’uura Heera Naannichaa 1994 Fooyya’ee Bahe Keeyyata 48 Keeyyata xiqqaa 6 jalatti ibsameen “Miseensi Caffichaa kamiyyuu yeroo ummanni isa filate amantaa irraa dhabetti, akka seeraatti, miseensummaa Caffeerraa gaggeeffamuu akka danda’u tumameera.” jedha.

Bu’uuruma kanaan, Obbo Toleeraan kantiibaa Magaalaa Naqamtee wayita turanitti ajjeechaaitti gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Magaalaa naqamtee kan turan Obbo Dassaaleny Bokonjaatti shakkamuun mirgi addaa himatamuu isaanii irraa ka’eera.

Odeeffannoo wayitaawaaf fuula miidiyaa hawaasa ABS fayyadamaa

Youtube_https://www.youtube.com/@adamabroadcastingservice
Telegram_ https://https://t.me/ABS_utubduujijjiiramaa
website:http://www.abs.gov.et
tiwiiteri:- http://www.twitter.com/ABSAdama
SMS_9635

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *