Uummanni Oromoo seenaa kaleessa biyya ijaaruu keessatti qabu har’as garaagarummaa tokko malee tokkummaadhan dhaabbachuun biyya hundaaf taatu ijaaruu itti fufuu qaba jedhame.Raadiyoon adama broadcasting service, gahee tokkummaan oromoo ijaarsa biyyaa keessatti qabu ilaalchisee qaamolee hawaasaa dubbiseera.

Ummanni Oromoo ijaarsa biyyaa bu’uura jabaa qabu, birmadummaa biyyaa kabachiisuu fi mootummaa ammayyaa’aa ijaaruu keessatti gahee leencaa bahachaa tureera.Har’as naamusaa…

Read More

Babal’inni hojii CCTV Kameeraa yaadama Ismaart Adaamaa dhugoomsuu keessatti shoora ol’aanaa waan qabuuf milkaa’ina hojichaaf hawaasichi tumsuu akka qabu manni qopheessaa magaalichaa beeksise. Waajjirichi mukeen daandiirraa agartuu kaameeraarratti danqaa ta’an muraa jira.

Bulchiinsi magaalaa Adaamaa inisheetivii hawwatummaa fi miidhagina magaalaa qabate hawaasa magaalichaa hirmaachisuun hojiilee piroojektoota gurguddaa milkeessuun hawwatummaa magaalichaa guddisaa jira….

Read More