Magaalaa Adaamaa Kutaa magaalaa Luugootti yaa’iin hundeeffama mana maree aanaa migiraa gaggeeffame. Yaa’ii hundeeffama mana maree aanichaa kanarratti , Afyaa’iin mana maree bulchiinsa magaalaa Adaamaa aadde Immabeet Jibbaa,miseensota mana maree aanichaa abbootii gadaa,haadholii siinqee fi qaamoleen hoggansaa aanaa Migiraa  argamaniiru.

Yaa’ii mana maree kanarratti miseensonni mana marichaa muudama sadarkaa garagaraa taasisaniin,aadde Baksuu Abdurroo afyaa’ii mana maree aanaa Migiraa, obbo Mohammad…

Read More