Jilli Hogganaa Biiroo maallaqaa oromiyaa Obbo Tolasaa Gadafaan durfamu raawwii hojii projektii Adama Complex building daawwachaa jira.

Daawwicharratti hogganana Biiroo Maallaqaa Oromiyaa obbo Tolasaa Gadafaa, Kantiibaa Bulchiinsaa magaalaa Adaamaa Obbo Hayiluu Jaldee, ogeeyyiin pirojektichaa,fi kanneen biroo argamuun daawwatan.

Ijaarsi pirojektichaa % 50 irraa kan gahee yoo tahu, Kaayyoon Daawwannichaas sadarkaa projektichi irra jiru beekuufi deeggarsa barbaachisuu taasisuuf ta’uun ibsameera.

Xibabuu Hordofaa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *