Keessummootni Ministeerri haqaa Federaalaa fi Biiroo Abbaa Alangaa Naannolee adda addaarraa walitti babbahan mana amala sirreessaa Godina Shawaa bahaa fi Manneen Murtii Aadaa magaalaa Adaamaa daawwatan .

Adaamaa Biroodkaastiingi Sarvisii

6.7 ሺ መውደዶች • 8.4 ሺ ተከታዮች

መልእክት

በመከተል ላይ

ፈልግ

Adaamaa Biroodkaastiingi Sarvisii

መግቢያ

Riqicha Jaarraa Guddinaa fi Akeektuu Furmaata Keenyaati!

ምስሎች

ሁሉንም ምስሎች ይመልከቱ

Meta © 2023

ተመርጠው የቀረቡ

Adaamaa Biroodkaastiingi Sarvisiiየካቲት 13 በ 11:29 ከሰዓት በፊት  · Baga guyyaa Ayyaana Raadiyoo Addunyaatiin isin gahe.
Raadiyoo Sagalee Adaamaa
Utubduu Jijjiiramaa!ልጥፎችማጣሪያዎችAdaamaa Biroodkaastiingi Sarvisii53m  · 03/07/2015ABS(Adaamaa Broadcasting Service)Daarikteerri mana sirreessaa Godina Shawaa bahaa Komaandar Jeeylaan Muhaammad manni sirreessaa Godina Shawaa bahaa mana sirreessaa biyya kanaadaa moodeela godhachuun kan ijaarame ta’uu kaasuun qabiinsa mirga namoomaan wantoonni sadi sirreeffamtootaa guutamuu qabu mana jireenyaa gahaa argachuu, nyaata argachuu fi tajaajila fayyaa argachuu qabuun dubbatan.Kana malees, sirreeffamtoonni mirga maatii dubbisuu,mirga barachuu fi hojjachuu qabu eeggamaa fi jiraachuu kan kaasan Komaandar Jeeylaan Daaw’annaa qaamolee hoggansaa olaanaan taasifameen naannoleen adda addaa muuxannoo qoodataniiru. Yaadota galtee ta’anis nuu qoodaniiru jedhu.Saganticha kan qindeessen hogganaan dhaabbata Seenter foor jastis Obbo Kumsaa Guuttataa yaada addatti Raadiyoo ABS f qoodaniin olaantummaan seeraa lafa akka qabatu hojiin guddaan hojjatamaa jiraachuu kaasuun manni sirreessaa Godina Shawaa bahaa keessatti mirgi sirreeffamtootaa haala fooyyee qabuun raawwatamaa jiraachuu himan.+6ሁሉም የስሜት መግለጫዎች66ይውደዱአስተያየትያጋሩ
አስተያየት ይጻፉ…ለመለጠፍ አስገባን ይጫኑ።Adaamaa Biroodkaastiingi Sarvisii3ሰ  · 03/07/2015ABS(Adama Broadcasting Service)Keessummootni Ministeerri haqaa Federaalaa fi Biiroo Abbaa Alangaa Naannolee adda addaarraa walitti babbahan mana amala sirreessaa Godina Shawaa bahaa fi Manneen Murtii Aadaa magaalaa Adaamaa daawwatan .**************************************************Manni sirreessaa Godina Shawaa bahaa sirreeffamtoota seeraaf kunuunsi taasisaa jiru fakkeenyummaa gaariin kan ka’u ta’uu kan dubbatan ministeera haqaa Federaalaatti Abbaa Alangaa olaanaa fi Daayrektarri daayrektoreetii qunnamtii hawaasaa obbo Awwal Sulxaan yaada kennaniin daaw’ii taasisanitti kan gammadan ta’uu kaasuun qabiinsi mirga namoomaa sirreeffamtoota mana sirreessaa Godina Shawaa bahaa fooyyee qabaachuu himan.manni murtii Aadaa gaheen isaan haqa hawaasaa tiksuu keessatti qaban laayyoo miti kan jedhan obbo Awwal haalli raawwii hojii isaanii hedduu kan nama jajjabeessuu fi muuxannoo ta’uu danda’u ta’uu dubbatan.Hoggansi manneen abbaa Alangaa naannolee irraa sagantichatti qooda fudhatan yaada Raadiyoo ABS kennaniin Daaw’ii taasisanitti gammaduu dubbachuun qabiinsa mirga namoomaa fi haala raawwii manneen murtii Aadaa irratti muuxannoo qooddachuu dubbatan.Daarikteerri mana sirreessaa Godina Shawaa bahaa Komaandar Jeeylaan Muhaammad manni sirreessaa Godina Shawaa bahaa mana sirreessaa biyya kanaadaa moodeela godhachuun kan ijaarame ta’uu kaasuun qabiinsa mirga namoomaan wantoonni sadi sirreeffamtootaa guutamuu qabu mana jireenyaa gahaa argachuu, nyaata argachuu fi tajaajila fayyaa argachuu qabuun dubbatan.Kana malees, sirreeffamtoonni mirga maatii dubbisuu,mirga barachuu fi hojjachuu qabu eeggamaa fi jiraachuu kan kaasan Komaandar Jeeylaan Daaw’annaa qaamolee hoggansaa olaanaan taasifameen naannoleen adda addaa muuxannoo qoodataniiru. Yaadota galtee ta’anis nuu qoodaniiru jedhu.Saganticha kan qindeessen hogganaan dhaabbata Seenter foor jastis Obbo Kumsaa Guuttataa yaada addatti Raadiyoo ABS f qoodaniin olaantummaan seeraa lafa akka qabatu hojiin guddaan hojjatamaa jiraachuu kaasuun manni sirreessaa Godina Shawaa bahaa keessatti mirgi sirreeffamtootaa haala fooyyee qabuun raawwatamaa jiraachuu himan.Goolaba sagantaan naannolee qooda fudhatanii fi milkaa’ina sagantichaaf qaamolee tumsa taasisaniif Aadaa Oromoo biratti iddoo olaanaa kan qabu Bullukkoo fi badhaasni adda addaa kennameera.Xaahir Gammaduutu gabaase.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *