Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dr.Abiyyi Ahimad Miidiyaa Kompleeksii EBC eebbisan.


EBC’n lammilee Itiyoophiyaa wal qixa tajaajiluun biyyarra darbuun Afriikaarratti Itiyoophiyaa beeksisuuf hojjechuutu irraa eegama jedhan, Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dr.Abiyyi Ahimad.

Ijaarsi Miidiyaa Kompleeksii EBC guddummaa Itiyoophiyaa kan mul’isu ta’uus dubbataniiru.

Adeemsa miidiyaan addunyaan irra gahe hordofuuf EBCnis gaomsa kanaaf hidhannoo qabaachuu himaniiru.

Miidiyaan kun sagalee kan dhageessisu qofaa utuu hin taane mataasaan sagalee uumuu akka qabus hubachiisaniiru.

Odeeffannoo wayitaawaaf fuula miidiyaa hawaasa ABS fayyadamaa

Youtube_https://www.youtube.com/@adamabroadcastingservice
Telegram_ https://https://t.me/ABS_utubduujijjiiramaa
website:http://www.abs.gov.et
tiwiiteri:- http://www.twitter.com/ABSAdama
SMS_9635

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *