Qindeessaan yaadama smart city Adaamaa injinar Muktaar Jeeyila,

Qindeessaan yaadama smart city Adaamaa injinar Muktaar Jeeyila, ‘smart city’ dhugoomsuuf akka magaalaa keenyatti kaameeraan cctv gandaa hanga magaalattii galuun to’annoon tasifama jira dabalataniis kaameeraa dangaa hamma dangatti magalichaa agarsiisu danda’uu galfame jira jedhan.

Kantiibaa Magaalaa Adaamaa obbo Haayiluu Jaldee,pirojektiin hedduu kan hojii eegalee fi ijaarsa irra jiran Magaalaa Adaamaa qofaa kan fayyadu osoo hin tane biyyaa keenyaaf yaadameti,

Pireezidaantiin Yuunivarsiitii Saayinsii fi teeknooloojii Adaamaa Dr.Lammii Guutaa, jalqabbiin ‘magaalaa Adaamaatti mootummaa cimaa ijaaruuf jiru kan jajjabeeffamu dha.yaadama Ismaart Adaamaa eegalame milkeessuuf gaheen hayyootaa olaanaa waan ta’eef utubuuf kan waadaa galuu dha

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *