Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Saayinsii Uumamaa laatamu eegale


Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa barattoota Saayinsii Uumamaaf dhaabbilee barnootaa olaanoo keessatti laatamuu eegalameera.

Sadarkaa naannoo Oromiyaatti barattooni kumni 148 ol qormaata kana fudhachuu eegaluu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksiiseera.

Qorumsi kun hanga Adoolessa 28, 2015tti kan itti fufuu ta’uu sagantaan bahe ni agarsiisa.

Odeeffannoo wayitaawaaf fuula miidiyaa hawaasa ABS fayyadamaa

Youtube_https://www.youtube.com/@adamabroadcastingservice
Telegram_ https://https://t.me/ABS_utubduujijjiiramaa
website:http://www.abs.gov.et
tiwiiteri:- http://www.twitter.com/ABSAdama
SMS_9635

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *