Waldichi  Godina Arsii Lixaatti Piroojeektii Fayyaa Namoota Kuma 251 Fayyadamoo Taasisu Ifoomse

Adaamaa, Amajjii 5, 2015(ABS)- Waldaan Misooma Oromiyaa Godina Arsii Lixaa aanaa Nageellee Arsiitti piroojeektii fayyaa namoota kuma dhibba 2  fi kuma 51 fayyadamoo taasisu ifoomse.

Kaayoon piroojeektichaa tajaajila fayyaa hunda galeessa hawaasaaf kennuu ta’uu Biiroo Fayyaa Oromiyaatti, qindeessaan garee deeggarsa dhaabbilee fayyaa  Obbo Dastaa Bukuluun ibsaniiru.

Itti gaafatamaan waajjira fayyaa godina Arsii Lixaa obbo Girmaa Yaazawu gamasaaniin, dhimma fayyaa ajandaa hooggansaa taasisuun  xiyyeeffannoon hojjetamuu akka qabu dhaamaniiru.

Piroojekticha  milkeessuu

Odeeffannoo wayitaawaaf fuula miidiyaa hawaasa ABS fayyadamaa

Youtube_https://www.youtube.com/@adamabroadcastingservice

Telegram_ https://https://t.me/ABS_utubduujijjiiramaa

tiwiiteri:- http://www.twitter.com/ABSAdama

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *