Caffeen Oromiyaa muudama Kaadhimatoota Abbootii seeraa 53 dhihaataniif raggaase.


Caffeen Oromiyaa muudama Kaadhimatoota Abbootii seeraa 53 Pirezidaantiin Mana Murtii Walii galaa Oromiyaa, Abbaa Seeraa Gazaalii Abbaasimal dhiheessan raggaase.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *