“Kitaabni ‘Smart Adama’ Yaadama jijjiiramaa akka biyyatti deemaa jiru kan tumsudha” – Kantiibaa Hayiluu Jaldee
1 min read

“Kitaabni ‘Smart Adama’ Yaadama jijjiiramaa akka biyyatti deemaa jiru kan tumsudha” – Kantiibaa Hayiluu Jaldee

Sirni eebbaa kitaaba ‘Smart Adama’ gaggeeffamaa  jira.
*
*
Kantiibaan magaalaa Adaamaa Obbo Hayiluu Jaldee fedhii hawaasa magaalattii irratti hundaa’uun tajaajiloota kennaman ammayyeessuuf prijektiin Ismaart Adaamaa hojiirra ooluu ibsan.

Kitaabni kunis haala qabatamaa magaalattiin keessa jirtu irratti hundaa’uun kan barraa’ee fi yaadama jijjiiramaa akka biyyatti deemaa jiru kan tumsudha.

Kitaabichi fuulota 442 fi Boqonnaawwa kudhan kan of keessaa kan qabu yoo ta’u, galmoota gurguddoo kudhan irratti xiyyeeffachuun kan barraa’e ta’uu ibsameera.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *