Inisheetiivonni Hojiirra Oolaa jiranii fi bu’aan argamaa jiru sagantaa maaddii madaalawaa akka magaalichaatti hojjetamaa jiru bu’a qabeessa ta’uu agarsiisu  jedhan kantiibaan Magaalaa Adaamaa Obbo Haayiluu Jaldee.
1 min read

Inisheetiivonni Hojiirra Oolaa jiranii fi bu’aan argamaa jiru sagantaa maaddii madaalawaa akka magaalichaatti hojjetamaa jiru bu’a qabeessa ta’uu agarsiisu  jedhan kantiibaan Magaalaa Adaamaa Obbo Haayiluu Jaldee.

Magaalaa Adaamaatti Sagantaan agarsiisa Maaddii  Madaalawaa  eegalame.
**
Saganticha irrattis hoggansi sektaraalee adda addaa sadarkaan jiranii fi hawaasni argamaniiru .

Carraa gurguddaa magaalattiin qabdu fayyadamuun xiqii bara dheeraaf qabnu milkeessuun danda’ameera jedhan Itti Gaafatamaa Waajjira Qonnaa Magaalaa Adaamaa Obboo Alamuu Qilxuu.galmoota afran jiran galmaan gahuuf gamaa qonnaan karoorri hixataa baafamee hojjatamaa jiru keessaa maaddiin madaalawaa tokko ta’uu isaas dubbatan.

Kantiibaan Magaalaa Adaamaa  Haayiluu Jaldee dhaloota yaadama haaraa maddisisuun hojii irra kan olchuu akka umamuu yeroo dheeraaf hojatama kan ture ta’uu himan.kun immoo Oomisha fi Oomishtummaa keenya akka dagaagu taasiseera jedhan.Aadaan nyaataa keenya madaalawaa akka ta’u oomishne argineerra kanaaf yaadamaa ni danda’ama kan do jedhu irratti xiyyeffannoo kennuu qabnaa jechuun ibsan.Gabaasni kan
Amaanu’eel Daggafaa fi Saamiraawit Abbabaati.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *