Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa Awutoobisiiwwan ammayyaa sagal eebbisiisuun hojii eegalchiise.
1 min read

Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa Awutoobisiiwwan ammayyaa sagal eebbisiisuun hojii eegalchiise.

Itti gaafatamaa waajjira pirezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Dr Abdulaziiz Daawud dabalatee keessummoonni gara garaa sagantaa eebbaa kana irratti argamaniiru.

Awutoobisiiwwan kunneen karaa dhaabbata Invastimanti Giruuppii Adaamaatiin kan galan ta’uun sararoota bobbii 11 irratti tajaajila ni kennu jedhamee eegama.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *