Yuunivarsitiin Riivt-Vaalii Kaambasii Adaamaa Barattoota Muummeewwaan Barnoota garsgaraatiin  Barsiisaa ture  4124 eebbisiisaa Jira.Sirna eebbaa kanaan Digrii jalqabaatiin barattoota 1500 fi gulantaa/level/4ffaa tiin barattoota 2624 sagantaalee barnoota idilee,galgalaafi torbeen barsiisaa ture barattoota 4124 ni eebbisiisa jedhamee eegama.
1 min read

Sirna eebbaa kanarratti hundeessaafi abbaa qabeenyaa yuniversiitichaa obbo Dinquu Dayyaas fi itti aanaa kantiibaafi qindressaa kilaastara hawaasummaa  Magaalaa Adaamaa obbo Nigaatuu Mootummaa dabalatee, hoggantoota mootummaa olaanoo,barsiistoota fi maatiin eebbifamtootaa argamaniiru.

Yunivaraitii Riivt vaalii eegga hunda’ee waggaa 25 yoo ta’u marsaa 23ffaa’f guyyaa har’a eebbisiisaa jira.

Sisaay Isheetuutu gabaase.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *