BIIZIINASII
Hojiileen nageenyaa fi haqaa hojjetaman misooma naannichaa kan ariifachiisan ta’uu qabu-Obbo Awwaluu Abdi
Hojiileen nageenyaa waaraa fi haqaa mirkaneessuuf hojjataman hojiilee misooma naannichaa daran ariifachiisuuf hojjetaman ta’uu akka qaban Ittaanaan Pireezidaantii Naannoo Oromiyaa…
Ityoophiyaan Yaa’ii Biyyoota Guddachaa Jiraniirratti muxannoo milkaa’ina damee qonnaan galmeessitee qoodde
Ityoophiyaan Yaa’ii 5ffaa Biyyoota Guddachaa Jiranii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Kuwaataar Dohaatti gaggeeffamaa jirurratti muuxannoo milkaa’ina damee qonnaan galmeessite qoodde. Ministirri…
Fiicheetti barataan kutaa 12’ffaa Konkolaataa kalaqee
Barataa Abrahaam Isheetuu magaalaa Fichee keessa jiraata;Mana barumsaa Abdisaa Agaatti kutaa 12ffaa barachaa jira. Barataan kun yeroo boqonnaasaatti Yuunivarsiitii Salaalee…
Gurgurtaa Elektirikaa Biyyoota Ollaatti Taasifamerraa Galiin Doolaarri Miiliyoonni 32 Ol Argamuu Ibsame
Finfinnee, Amajjii 5, 2015(FBC)- Baattiiwwan 5’n darbanitti biyyoota ollaatti gurgurtaa elektirikaa taasifamerraa galiin Doolaarri miiliyoonni 32fi kumni dhibbi 6 ol…
Ityoo – Teeleekoom Baatiwwan 6’N Darbanitti Galii Birrii Biiliyoona 33.8 Ol Argate
ABS(Adama Broadcasting Service) – Ityoo – Teeleekoom baatiwwan 6’n darbanitti galii Birrii biiliyoona 33.8 ol argachuu beeksiiseera. Hojii rawwachiittuu Olaantuun…