Manni Marii Magaalaa Adaamaa Yaa’ii Idilee 43ffaa Bara Hojii2ffaa Waggaa 11ffaasaa Taa’e Yaa’ichi Eebba Maanguddootaatti haasaa af-yaa’ii Mana Maree Magaalaa…
ODUU
Komishiniin Naamusaafi Farra Malaamaltummaa Oromiyaa Damee giddu gala Bahaa qondaaltota naamusaa aanaalee godina shawaa bahaafi magaalaa Adaamaatiif leenjii Hubannoo cimsu kenne.
Komishiinichi leenjii kan kenne qaamolee Deeggarsaafi hordoffii dhimmoota naamusaa fi farra malaamaltummaa Godina shawaa Bahaa , Magaalaa Adaamaa fi Aanaa…
Waajjirri siivil seervisii fi qabeenya namaa magaalaa Adaamaa hojjettoota mootummaa magaalichaaf leenjii dandeettii raawwachiistummaa cimsu kenne.
Leenjicha irratti itti gaafatamaa Waajjira Kantibaa Bulchiinsa magaalaa Adaamaa Obbo Makuriyaa Dinquu,Dursaa garee hoggansa humna namaa Bulchiinsa magaalaa Adaamaa Obbo…
parazidaantiin Mana murtii olaanaa magaalaa Adaamaa obbo Maammoo Tusiin manneen Martin hojimaata isaanii ammayyeessun tajajila seeraa qulqulluufi si’ataa kennuu qabu jedan.Manni Murtii Olaanaa magaalaa Adaamaa gamaaggama raawwii hojii kurmaana 3ffaa bara 2016 manneen murtii Aanaa kutaalee magaalootaa waliin gaggeesse.Haasawa baniinsaa kan taasisan parazidaantiin mana murtii olaanaa magaalaa Adaamaa obbo Maammoo Tusii akka jedhanitti kenna tajaajila dhaqabamaa ,si’ataa ,haqaafi iftoomina qabu kennuun foyya’insii gaarii dhufuu ibsuun manneen murtii Aanaa kutaalee magaaloota irratti komiin kanaan dura ka’aa ture xiqachaa dhufu ibsan.Gamaggamnii raawwii hojii kurmaana 3ffa gaggeffamu kun ciminoota jiran itti fufsiisaa hanqinoota jiran galtee kurmaana 4ffaa taasifachuuf ta’uu ibsan.
Gabaasnii raawwii hojii manneen murtii Aanaa kutaalee magaalootaa kurmaana 3ffaa dhiyaate keessatti meeshalee tajaajila qunnamtii odeeffannootti fayyadamuu, galmeewwan yakkoota gara…
Paarlaamaan Daa’immanii Magaalaa Adaamaa Yaa’ii Idilee Marsaa 2ffaa Waggaa 1ffaa Gaggeesse. Yaa’ii kana irrattis qaamolee olaanoo magaalaa dabalatee paarlaamaan daa’immanii…
Waajjirii kantibaa Bulchiinsa magaalaa Adaamaa sagantaa galmeessa qabeenya hojjataa mootummaa jalqabsiisee.
Ittii gaafatamaan waajjira kantibaa magaalaa Adaamaa obbo Makuriyaa Dinquu akka jedhanitti kallaatti koomishiiniin naamusaa fi farra malaamaltummaa oromiyaa kaa’e irratti…
Carraa hojii Bal’inaan Uumuun Rakkoo Hojii Dhabdummaa Karaa Hiika qabuun xiqqeessuuf ni hojjenna jedhan hogganaan biiroo carraa hojii uumuu fi Ogummaa Oromiyaa Injiiner Eebbaa Garbaa.
Biroon carraa hojii uumuu fi ogummaa Oromiyaa gamaggama raawwii hojii kurmaana 3ffaa sekteroota naannoo Oromiyaa garaa garaa waliin magaalaa Adaamaatti…
Biiroon Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaa leenjii dandeettii raawwachiisummaa cimsu magaalaa Adaamaatti kennaa ture booda hojiilee adda addaa gama iniisheetiviitiin hojjatamaan daawwate.
Itti aanaa itti gaafatamaa waajjira carraa hojii uumuu fi ogummaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa obbo Fufaa Garmaamaa Karoora xiiqiimilkeessuuf akka magaalaa…
“Magaalattii keessatti hojiileen misoomaa gurguddoo gama hundaan hojjetamaa jiran akka itti fufaniif gaachanni sirnaa gahee olaanaa qaba” jedhan kantiibaan magaalaa…
Bulchiinsa magaalaa Adaamaatti kutaan magaalaa Abbaa Gadaa bara kana hojilee inisheetivoota misoomaa fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessan irratti xiyyeefatee hojjachaa jiraachuu beeksise.Kutaan magaalichaa Sochii hojii waliigalaa irratti addatti raadiyoo ABS ibsa laateera.
Magaalli Adaamaa guddina caaseefama rijiiyoopolisiitti guddatee walqabatee kenna tajaajila roga maraan sadarkaa kutaalee magaalootaa fi Aanoota irratti hawaasni dhiyeenyaatti deddeebii…