
World News
Humna dargaggoota Amma jiru kana Dinagdeen humneessuuf aadaa hojii cima uumuuf xiyyeeffannoon hojjetamuu qaba kan…
Latest News
Humna dargaggoota Amma jiru kana Dinagdeen humneessuuf aadaa hojii cima uumuuf xiyyeeffannoon hojjetamuu qaba kan jedhan Obbo Abdulqadiir Bulchiinsi Magaalichaas kana dhugoomsuuf hojiitti kan seenamee akka ta’e dubbatan. Itti Aanan Kantibaa fi Qindeessaan Kilaastara Dinagdee Obbo Maatiyos Sabooqaa erga dabarsaniin akka Magaalichaatti Lammiilee Kuma 60 ol ta’aniif Carraa hojii Uumuu karoorfamee hojjetamaa Jirachuu kaasanii,pooteeshaala carraa […]
Itti gaafatamaa waajjira pirezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Dr Abdulaziiz Daawud dabalatee keessummoonni gara garaa sagantaa eebbaa kana irratti argamaniiru. Awutoobisiiwwan kunneen karaa dhaabbata Invastimanti Giruuppii Adaamaatiin kan galan ta’uun sararoota bobbii 11 irratti tajaajila ni kennu jedhamee eegama.
Sirni eebbaa kitaaba ‘Smart Adama’ gaggeeffamaa jira.**Kantiibaan magaalaa Adaamaa Obbo Hayiluu Jaldee fedhii hawaasa magaalattii irratti hundaa’uun tajaajiloota kennaman ammayyeessuuf prijektiin Ismaart Adaamaa hojiirra ooluu ibsan. Kitaabni kunis haala qabatamaa magaalattiin keessa jirtu irratti hundaa’uun kan barraa’ee fi yaadama jijjiiramaa akka biyyatti deemaa jiru kan tumsudha. Kitaabichi fuulota 442 fi Boqonnaawwa kudhan kan of keessaa […]
Editor Picks
Features and Events
Humna dargaggoota Amma jiru kana Dinagdeen humneessuuf aadaa hojii cima uumuuf xiyyeeffannoon hojjetamuu qaba kan jedhan Obbo Abdulqadiir Bulchiinsi Magaalichaas kana dhugoomsuuf hojiitti kan seenamee akka ta’e dubbatan. Itti Aanan…
Itti gaafatamaa waajjira pirezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Dr Abdulaziiz Daawud dabalatee keessummoonni gara garaa sagantaa eebbaa kana irratti argamaniiru. Awutoobisiiwwan kunneen karaa dhaabbata Invastimanti Giruuppii Adaamaatiin kan galan ta’uun sararoota…
Sirni eebbaa kitaaba ‘Smart Adama’ gaggeeffamaa jira.**Kantiibaan magaalaa Adaamaa Obbo Hayiluu Jaldee fedhii hawaasa magaalattii irratti hundaa’uun tajaajiloota kennaman ammayyeessuuf prijektiin Ismaart Adaamaa hojiirra ooluu ibsan. Kitaabni kunis haala qabatamaa…
Itti gaafatamaa waajjira pirezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Abdulaziiz Daawud dabalatee keessummoonni gara garaa sagantaa eebbaa kana irratti argamaniiru. Awutoobisiiwwan kunneen karaa dhaabbata Invastimanti Giruuppii Adaamaatiin kan galan ta’uun sararoota…
Waajjirichi raawwii hojii bara 2017 fi kallattii hojii bara 2018 ilaalchisuun raadiyoo ABS addatti ibsa kenneera.*******Magaalaan Adaamaa magaalota akka biyyaa fi naannootti muuxannoo hundagaleessa qooduun beekamtuudha. Magaalittiin sadarkaa ijjarsaa, guddinaa…
Waajjirri Buusaa Gonofaa damee Adaamaa harka qalleeyyoota 50’f deeggarsa midhaan nyaataa taasisee.
13/06/2017 ABS(Adama Broadcasting Service) Waajjirri Buusaa Gonofaa damee Adaamaa harka qalleeyyoota 50’f deeggarsa midhaan nyaataa taasisee. ********** Ittii gaafatamaan waajjira Buusaa Gonofaa damee Adaamaa obbo Waadoo Abdulkariim akka jedhanitti akka magaalichaatti buusaan gonofaa namoota harka qalleeyyii ta’an calaluun yeroo garagaraatti deeggarsa taasisaa turu himanii guyyaa har’as namoota 50 ta’aniif deeggarsi midhaan nyaataa taasifameera jedhan. Deeggarsi […]