Category: Oduu
Magaalaa Adaamaatti Waldaan Tola Ooltummaa Tsinaat Dubartootaa Dhibee HIV AIDS dhiiga isaanii keessaa jiru waliin Guyyaa Dubartootaa Adunyaa Kabaje. **Waldaan Tola Ooltummaa namoota dhukkuba ‘HIV EIDS’ wajjiin jiraatanii Tsinaat keessumattuu Dubartoota irratti xiyeeffachuun gorsa ogummaa kennuu akkasumas barmaatilee miidhaa geessisan haala hambisuun danda’amurratti hojjata jetti hundeessituun waldichaa addee Gannat Bayechaa. Kanuma bu’uura taasifachuun Magaalaa Adaamaatti […]
Barattoonni fi hojjettonni Yunivarsitii saayinsii fi teeknolojii Adaamaa guyyaa dubartootaa idi addunyaa “march 8” kabajan.
Guyyaan dubartootaa “march 8” akka adduunyaatti yeroo 114ffaaf akka Itiyoophiyaatti yeroo 49ffaaf kabajamaa jira. Ittii gaafatamtuun dhimma dubartootaa fi hawaasummaa yunivarsitii saayinsii fi teeknolojii Adaamaa Aadde Sawunnat Booraa kaayyoon kabaja guyyichaa walqixxummaa dubartootaa mirkaneessuf hojiilee akka yunivarsitichaatti hojjatamaa jiran yaadachisuu fi itti fufiinsa isaa irratti qaamoleen hunduu tumsa akka taasisaniif kaka’umsa uumuuf ta’uu dubbatan. Pirezadaantiin […]
Biiroon Fayyaa Oromiyaa Advookeesii Too’annoo Weerara Dhibee Busaa Irratti Qooda Fudhattoota Naannolee Garagaraa Wajjiin Marii Gaggeessaa Jiraa.
Dhibeen Busaa lubbuu balleessuu qofa osoo hin taane sochii hawaasa Diinagdee biyyaa kan miidhuudha – BFO Sagantaa ittisa dhibichaafi hawaasa dadamaqsuuf qophaa’e kanarratti qaamolee qindoominnaa garagaraa dabalatee Abbootiin gadaafi haadholiin siinqee argamaniiru. Dhibeen kun kanaan dura fayyaa hawaasaa miidhaa turuufi yeroo amma immoo Biirichi xiyyeeffannoo addaatiin tatta’amsina isaa maseensuuf tahuunis barreeffama gabaabaa dhiyaateen eerameera. Dhibeen […]
Bulchiinsaa Magaalaa Adaamaatti buufataalee fayyaa Shan fakkeenya ta’an daawwataman.
******* Dawwanichaan hojiilee kennaa tajaajila, iddoo tursiisaa daa’imni, dijitaalayeezeshinii fi manneen qoricha hawaasaa akkasumas tajaajila inishuransii fayyaa buufata fayyaa Dambalaa,Gadaa,Adaamaa fi Aanoolee akkasumas buufanni fayyaa Hawaas daawwatamaniiru. Kayyoon daawwannicha kan ibsan Itti gaafatamtuun Wajjira Fayyaa Magaalaa Adaamaa Sistaar Samiraa Mohammed akka magaalattiitti buufataalee 13 kan jiran ta’uu ibsuun, kanneen keessa buufataalee fayyaa shan adda durummaan […]
Biiroon Fayyaa Oromiyaa haala walqixxummaa koorniyaa mirkaneessun danda’amu irratti qooda fudhattoota waliin magaalaa Adaamaatti marii gaggeesse.
Hoogganaa itti aanaa biiroo fayyaa oromiyaa obbo Darajjee Abdannaa akka jedhanitti seektarri fayyaa walqixxummaa koorniyaa mirkaneessuu irratti bal’inaan hojjetaa jiraachuu himanii kaayyoon marichaas fayyadamummaa koorniyaa idileessuuf qaamni hunduu gahee isaa akka bahatu hubannoo cimsuuf jedhan. Miidhaan koorniyaa walqabatee gahuu akka laayyootti kan ilaalamuu miti kan jedhan obbo Darajjeen kana hundeerraa furuuf seektara fayyaa qofa osoo […]
Mana Marii Bakka Bu’oota Ummataa fi Caffee Oromiyaatti Bakka Buutotni Adaamaa fi Miseensotni Koree Dhaabbii Mana Marii Magaalaa Adaamaa Piroojaktii Bishaan Dhugaatii Mojoo-Adaamaa Daawwatan.***Piroojaktichi qarshii biliyoona 9 bajata qaama adda addaarraa argameen hojjatama.
Maddoota bishaanii 10 piroojaktichaa keessaa 6 raawwatamuutu eerame. Piroojaktichi Kuusaa bishaanii 15 tokkoon tokkoosaanii meetirkuubii miliyoona sadihii hanga miliyoona shanii kuusan kan qabuudha. Kana keessaa kuusni bishaanii 13 xumuramaniiru jedhan hojigaggeessaan dhababata Bishaan Dhugaatii fi Dhangala’aa Magaalaa Adaamaa obbo Ahimad Abduljaliil. Sarara bishaanii Mojoo hanga Adaamaa 34 keessaa 30n diriirfamuu kaasan. Hojiin waliigalaa pirojkatichaa dhibbeentaa […]
Вавада зеркало для входа в казино и его особенности
Вавада зеркало для входа в казино его особенности Вавада зеркало для входа в казино и его особенности Для успешного доступа к игровым платформам важно знать оптимальные методы. Используйте альтернативные ссылки, которые обеспечивают стабильный вход в систему. Эти адреса позволяют обходить блокировки и обеспечивают быстрый доступ к функциональным возможностям. Опытные пользователи отмечают, что использование таких ссылок […]
Казино на биткоины с быстрым выводом средств
Казино на биткоины с мгновенным выводом средств Современные игорные площадки, предлагающие операции с криптовалютами, значительно снижают время на обработку запросов. Если вы ищете платформу с моментальным получением выигрышей, обратите внимание на варианты, поддерживающие высокоскоростные транзакции. Такие сервисы, как казино биткоин с бонусами, обеспечивают удобство и безопасность для игроков. Исследования показывают, что почти 70% пользователей выбирают […]
Nowe opcje Vavada w kasynie online w Polsce
Nowe możliwości Vavada w polskim kasynie online Użytkownicy kasyn internetowych mają teraz dostęp do ekskluzywnych promocji oraz szerszej oferty gier. Vavada przyciąga graczy wyjątkowymi bonusami oraz innowacjami, które znacząco podnoszą jakość rozgrywki. Doświadczeni entuzjaści oraz nowi gracze znajdą coś dla siebie, korzystając z dynamicznego interfejsu oraz rozbudowanej biblioteki tytułów. Warto zwrócić uwagę na wprowadzenie atrakcyjnych […]
Farantube miglior casinò non aams
Farantube guida ai migliori casinò non AAMS 2026 Farantube miglior casinò non aams Se sei alla ricerca di alternative valide ai classici portali di gioco autorizzati, il panorama attuale offre diverse opzioni a cui prestare attenzione. Questi ambienti di gioco online presentano vantaggi unici, dai payout più elevati a una gamma di giochi più ricca […]
