08 Dec, 2025

Latest News

1 min read

Industiriin godoo bu’uura ce’uumsa industirii ammayyaattif shoora olaanaa qabaa jedhame.

Bulchinsaa magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Booleetti warshaan daakuu MB qarshii miliyoonaa 35 oliin ijaaramee hojii jalqabe.*Industiriin godoo carraa hojii bal’aa uumuun  ce’uumsa teknoloojii mirkaneessuu keessatti gahee olaanaa qaba. Bu’uuruma kanaan Bulchinsi magaalaa Adaamaa dargaggootaa waldaan ijaaruun hojii uumuu bira darbee gara industiriitti akka ce’aan sochii guddaa taasiseen kutaa magaalaa Booleetti warshaan daakuu MB qarshii miliyoonaa […]
1 min read

Magaalaa Adaamaa Kutaa magaalaa Bokkuu Shananiitti Bulchiinsi Aanaa Haroorettii facaasaa qamadii bonee eegalchiise.

Facaasaan qamadii bonee kun kan eegale zoonii Adulaalaa Bokkuu keessatti yoo ta’u, zooniiwwan hafan keessattis qophiin xumuramuu ibsameera. Itti gaafatamaan waajjira Qonnaa Aanaa Horoorettii Obbo Ahimad margaa Akka Aanichaatti bara kana lafa heektaara 1500 ol irratti jallisii boneen qamadii misoomsuuf hojjetamaa jira jedhan. Lafa heektaara tokko irraas qamadii kuntaala 50 ol sassabuuf karoorfamuu ibsan. Bulchaan […]
1 min read

sadarkaan ariitiifi qulqullinaa misoomni koriidari magaalaa adaamaa ittiin hojjetame dhaloota boruufis bu’uura kan kaa’u ta’uu ogeeyyiin ijaarsaa tokko tokko himan.

Qulqullinni ijaarsa pirojektichaa pirojeektota biroof muuxannoo kan ta’udhas jedhameera. Magaloota Oromiyaa muraasa keessaa kallaatti Mummeen Ministeera Itoophiyaa Dr. Abiy Ahimad Kennan fudhachuun Sochii misooma koriidarii hojiirraa oolchaan keessaa Tokkoo kan Tate ‎Magaalaan Adaamaa, hojiin Misooma koriidarii hawwattummaa fi miidhagina magaalaa dabaluuf magaalaa miidhagduu, jireenyaaf mijattuu taate taasisuuf karaa qulqullinaa fi ariitii qabuun Marsaan jalqaba Xumuuramuun […]

Features and Events

1 min read

Milkaa’inni hojii misooma koriidarii magaalaa Adaamaarratti mul’ate ilaalcha ‘hindanda’amu’ jedhu kan cabse ta’uu itti gaafatamaan waajjira paartii badhaadhinaa magaalaa Adaamaa obbo Ashannaafii Ajjamaa

Milkaa’inni hojii misooma koriidarii magaalaa Adaamaarratti mul’ate ilaalcha ‘hindanda’amu’ jedhu kan cabse ta’uu itti gaafatamaan waajjira paartii badhaadhinaa magaalaa Adaamaa obbo Ashannaafii Ajjamaa himan.Hojichi qindoominni ogummaa hedduu kan irratti mul’ate…
1 min read

Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa Mana jireenyaa ijaaruun Maatii Gargaaraa Komishineraa Olii Fayyisaatiif dabarsee kenne.

Siidaan yaadannoo ajajaa Qajeelcha Olaanaa Eegumsa VIP Poolisii Oromiyaa duraanii Gargaaraa Kominikeeshinera Olii Fayyisaa awwaala isaaniirratti ijaarames bakka Hoggantootni olaanoo naannoo Oromiyaa,  Magaalaa Adaamaa fi jaallattootni fi dinqisifattootni isaanii argaminitti eebbifame.*****Saganticha irratti Itti Aanaan Waajjira pirezedaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Taarreqeny Adimaasuu haasawaa taasisaniin Gargaaraa kominikeeshinera olii Fayyisaa hojii inni bara jireenya isaa keessatti hojjeteen […]

1 min read

Waajjirri carraa hojii uumuu fi ogummaa magaalaa Adaamaa hojii dhabeeyyii gara hojitti galchuuf namoota kuma 62 karoorsuun karoora ol namota kuma 71 gara hojitti galchuu beeksise.

Waajjirrichi  karoora fi  raawwii hojii bara 2017fi  karoora hojii 2018 ttirratti ABS ibsa kenne. Kallatti Mootummaan kenne bu’uuraa godhachuudhan Waajjirri carraa hojii uumuu fi ogummaa magaalaa Adaamaa hojii dhabeeyyii dhaabbilee leenjii kennaan kanneen mootummaa fi miti mootummaa wajjiin qindoominaan leenjisuun gara hojitti galcchuu,badhaadhinaa maatiin akka gurma’an hojjetanii jiruufi jireenyaa of jijjiran taasisa jira. Raadiyoon ABS […]

1 min read

Wajjirri Carraa hojii Uumuu fi Ogummaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa fayyadamummaa Dargaggoota Dinagdee keessatti qaban Cimsuuf Leenjii hubannoo cimsuu Kenne.

Humna dargaggoota Amma jiru kana Dinagdeen humneessuuf aadaa hojii cima uumuuf xiyyeeffannoon hojjetamuu qaba kan jedhan Obbo Abdulqadiir Bulchiinsi Magaalichaas kana dhugoomsuuf hojiitti kan seenamee akka ta’e dubbatan. Itti Aanan Kantibaa fi Qindeessaan Kilaastara Dinagdee Obbo Maatiyos Sabooqaa erga dabarsaniin akka Magaalichaatti Lammiilee Kuma 60 ol ta’aniif Carraa hojii Uumuu karoorfamee hojjetamaa Jirachuu kaasanii,pooteeshaala carraa […]

1 min read

“Kitaabni ‘Smart Adama’ Yaadama jijjiiramaa akka biyyatti deemaa jiru kan tumsudha” – Kantiibaa Hayiluu Jaldee

Sirni eebbaa kitaaba ‘Smart Adama’ gaggeeffamaa  jira.**Kantiibaan magaalaa Adaamaa Obbo Hayiluu Jaldee fedhii hawaasa magaalattii irratti hundaa’uun tajaajiloota kennaman ammayyeessuuf prijektiin Ismaart Adaamaa hojiirra ooluu ibsan. Kitaabni kunis haala qabatamaa magaalattiin keessa jirtu irratti hundaa’uun kan barraa’ee fi yaadama jijjiiramaa akka biyyatti deemaa jiru kan tumsudha. Kitaabichi fuulota 442 fi Boqonnaawwa kudhan kan of keessaa […]

1 min read

Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa Awutoobisiiwwan ammayyaa sagal eebbisiisuun hojii eegalchiise.

Itti gaafatamaa waajjira pirezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Abdulaziiz Daawud dabalatee keessummoonni gara garaa sagantaa eebbaa kana irratti argamaniiru. Awutoobisiiwwan kunneen karaa dhaabbata Invastimanti Giruuppii Adaamaatiin kan galan ta’uun sararoota bobbii 11 irratti tajaajila ni kennu jedhamee eegama. Jiraattonni magaalichaa sagantaa eebbaa kana irratti argamanis awutoobisiiwwan kunneen rakkoo gejjibaa magaalattii kan furanidha jechuun dubbatu. Gandoota […]

1 min read

Milkaa’inoonni bara 2017 damee ijaarsatiin argaman caalmaa hojii bara 2018tiif onnachiiftuu guddaadha jedhan itti gaafatamaan waajjira abbaa taayitaa konistiraakshiinii magaalaa Adaamaa Obbo Fiqaaduu Saatanaa.

Waajjirichi raawwii hojii bara 2017 fi kallattii hojii bara 2018 ilaalchisuun raadiyoo ABS addatti ibsa kenneera.*******Magaalaan Adaamaa magaalota akka biyyaa fi naannootti muuxannoo hundagaleessa  qooduun beekamtuudha. Magaalittiin sadarkaa ijjarsaa, guddinaa fi hawwatamummaatiin  magaalaa akkaan leellifamtu  yoo taatu kana keessatti gaheen waajjira abbaa taayitaa konistiraakshiinii magaalichaa guddadha. Magaalichatti Itti gaafatamaan waajjirichaa  Obbo Fiqaaduu Saatanaa bara 2017 […]

1 min read

Hoji gaggeessitonni baankii Awaash riijinii Adaamaa sagantaa ashaaraa magariisaan duula dhaabbii biqiltuu gaggeessan.

Biqiloonni dhaabamaniis miidhaginaa fi gaaddisaaf kan oolan ta’uu ibsameera. Daariiktarri baankii Awaash riijiinii Adaamaa obbo Margaa Axinaafuu  ashaaraan magarisaa dhaloota egeree fayyadamaa taasisuu keessatti shoora ol’aanaa qaba waan ta’eef hirmaannaa keenya cimsinee itti fufna jedhan. Baankii Awaashitti hojii gaggeessaan damee Adaamaa obbo Abdurahmaan Amaan  baankichi biyyattii diinaagdeen utubuun cinaatti galma ashaaraa magariisaan mootummaan qabate dhugoomsuuf […]

1 min read

Magaalaa Adaamaa aanaa Irreechaatti duulli dhaabbii biqiltuu kutaalee hawaasaa fi hoggansaa hirmaachise gaggeeffame.

Dhaabbiin biqiltuu kun qarqara daandii aspaaltiitti kan raawwate yoo ta’u, miidhagina magaalittii dabaluun cinaatti qilleensaa fi sochii qarqara daandii hawwataa taasisuuf oola jedhameera. Bulchaan aanaa Irreechaa Obbo Goobana Guddataa karoora dhaabbii biqiltuu bara kana akka biyyaa fi magaalichaatti qabame milkeessuuf aanichatti biqiltuuwwan gosa garagaraa kuma 600’000 ol dhaabuuf karoorfamee hojjatamaa jiraachuu himan. Aanichatti biqiloota gaaddisaa […]