21 Aug, 2026
1 min read

Yuuniyeeniin hojii Gamtaa Qonnaan Bultootaa Lumee Adaamaa hojii tajaajila lamummaatiin Aanaa Bosat Ganda Dongorree xiyyoo Zoonii 1ffaatti  mana harka qalleeyyii ijaarsisaa ture xumuruun harka qalleeyyiif dabarsee kenne.

Sagantaan ijaarsa mana harka qalleeyyii kun karoora Yuuniyeeniin hojii Gamtaa Qonnaan Bultootaa Lumee Adaamaa hojii tola ooltummaan hojjachuu karoorfate hojjachaa jiruun kan raawwateedha. Saganticharratti argamuun  ergaa kan dabarsan Hoji gaggeessaan  Yuuniyeenii hojii Gamtaa Qonnaan Bultootaa Lumee Adaamaa Obbo Girmaa Silashii maatii harka qalleeyyii bira dhaabachuun ijaarsa raawwachuutti yuuniyeenichatti gammachuun kan dhagahamu ta’uu kaasuun ijaarsi raawwatame […]

13 mins read

Transaction Simulation in Rabby Wallet: What It Can Reveal Before You Sign

A common misconception is that transaction simulation is the blockchain equivalent of a crystal ball: press a button, preview the result, and know that a DeFi transaction is safe. The reality is more useful—and more limited. Simulation is best understood as a controlled rehearsal of a proposed transaction under a particular set of blockchain conditions. […]

10 mins read

MEV, simulation, and real risk: how to assess transaction safety in DeFi wallets

“You won’t be MEV’d if you simply sign carefully” — sounds plausible until you remember that most users sign before they know what happened on-chain. Here’s a sharper opening: a surprising share of lost funds in DeFi come not from direct hacks of private keys but from predictable, avoidable transaction-level failures — frontruns, sandwich attacks, […]

1 min read

Bulchiinsa magaalaa Adaamaatti waajjirri qonnaa Aanaa Malkaa Adaamaa jiraattoota aanichaa hirmaachisuun hojii tola ooltummaatiin aramaa maasii qonnaan bulaa gageessee.

Kaayyoon isaa sababa humna fi kunuunsa dhabuutiin oomishnii midhaanii xiqqaachuu akka qabne yaadamee ta’uu ibsameera. Namoonni aramaa midhaanichaa irratti hirmaatan yaada ABS’f kenannin hojii tola oltummaatiin qonna irratti hirmaachuun karoora mootummaan gama kanaan qabate milkeessuu cinaatti aadaa walgargaruu gama cimsuutiin shoora ol’aanaa qaba jedhan. Itti gaafatamaan waajjira qonnaa aanaa Malkaa Adaamaa obbo Darrasaa Gammachuu akka […]

1 min read

Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa Mana jireenyaa ijaaruun Maatii Gargaaraa Komishineraa Olii Fayyisaatiif dabarsee kenne.

Siidaan yaadannoo ajajaa Qajeelcha Olaanaa Eegumsa VIP Poolisii Oromiyaa duraanii Gargaaraa Kominikeeshinera Olii Fayyisaa awwaala isaaniirratti ijaarames bakka Hoggantootni olaanoo naannoo Oromiyaa,  Magaalaa Adaamaa fi jaallattootni fi dinqisifattootni isaanii argaminitti eebbifame.*****Saganticha irratti Itti Aanaan Waajjira pirezedaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Taarreqeny Adimaasuu haasawaa taasisaniin Gargaaraa kominikeeshinera olii Fayyisaa hojii inni bara jireenya isaa keessatti hojjeteen […]

1 min read

Waajjirri carraa hojii uumuu fi ogummaa magaalaa Adaamaa hojii dhabeeyyii gara hojitti galchuuf namoota kuma 62 karoorsuun karoora ol namota kuma 71 gara hojitti galchuu beeksise.

Waajjirrichi  karoora fi  raawwii hojii bara 2017fi  karoora hojii 2018 ttirratti ABS ibsa kenne. Kallatti Mootummaan kenne bu’uuraa godhachuudhan Waajjirri carraa hojii uumuu fi ogummaa magaalaa Adaamaa hojii dhabeeyyii dhaabbilee leenjii kennaan kanneen mootummaa fi miti mootummaa wajjiin qindoominaan leenjisuun gara hojitti galcchuu,badhaadhinaa maatiin akka gurma’an hojjetanii jiruufi jireenyaa of jijjiran taasisa jira. Raadiyoon ABS […]

1 min read

Wajjirri Carraa hojii Uumuu fi Ogummaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa fayyadamummaa Dargaggoota Dinagdee keessatti qaban Cimsuuf Leenjii hubannoo cimsuu Kenne.

Humna dargaggoota Amma jiru kana Dinagdeen humneessuuf aadaa hojii cima uumuuf xiyyeeffannoon hojjetamuu qaba kan jedhan Obbo Abdulqadiir Bulchiinsi Magaalichaas kana dhugoomsuuf hojiitti kan seenamee akka ta’e dubbatan. Itti Aanan Kantibaa fi Qindeessaan Kilaastara Dinagdee Obbo Maatiyos Sabooqaa erga dabarsaniin akka Magaalichaatti Lammiilee Kuma 60 ol ta’aniif Carraa hojii Uumuu karoorfamee hojjetamaa Jirachuu kaasanii,pooteeshaala carraa […]


Warning: Undefined array key "VuYRSS" in /data/dom/abs.gov.et/httpdocs/wp-content/themes/ogma-news/template-parts/footer/scroll-top.php on line 1